LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/13 ful. 7
  • Sagantaa Torban Ebla 29 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Ebla 29 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN EBLA 29 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 4/13 ful. 7

Sagantaa Torban Ebla 29 Jalqabu

TORBAN EBLA 29 JALQABU

Faarfannaa 50⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 5 key. 9-14 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Luq. 22-24 (Daq. 10)

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii (Daq. 20)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 6

Daq. 10: Sanbadduraa Isa Jalqabaatti Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuu. Akkaataa dhiheenyaa barruulee dhiheenyatti baʼaniif qophaaʼetti fayyadamuudhaan, hojiin argisiisni Sanbadduraa jalqabaa jiʼa Caamsaatti akkamitti qayyabannaa jalqabsiisuun akka dandaʼamu argisiisu akka dhihaatu godhi. Hundisaanii qayyabannaa jalqabsiisuurratti akka hirmaatan jajjabeessi. Yaada “Yeroo Hunda Gabatee Beeksisaa Ni Ilaaltuu?” jedhurratti mariʼadhaa.

Daq. 10: Ergaa Lallabuu Qabnu—“Wangeelli Mootummaa Kun.” Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii, fuula 279-281⁠rratti hundaaʼee haasaa miira hoʼaadhaan dhihaatu.

Daq. 10: Barumsa Maalii Arganna? Mareedhaan kan dhihaatu. Maatewos 16:21-23 fi Luqaas 9:22-26 akka dubbifamu godhi. Seenaawwan kun tajaajila keenyarratti akkamitti nu gargaaruu akka dandaʼan mariʼadhaa.

Faarfannaa 20⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi