LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/13 ful. 7
  • Yeroo Hunda Gabatee Beeksisaa Ni Ilaaltuu?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yeroo Hunda Gabatee Beeksisaa Ni Ilaaltuu?
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ilaaltoota Ol Aanaa Tuuta Hoolotaa Tiksan
    Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼuu
  • Qajeelfama Walgaʼii Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa
    Qajeelfama Walgaʼii Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa
  • Qophii Haaraa Sagantaa Walga’ii Gumiirratti Godhame
    Tajaajila Mootummaa—2008
  • Gaʼeen Tajaajiltoota Gumii Maalidha?
    Yeroo Harʼaa Fedha Yihowaa Raawwachaa Kan Jiran Eenyufaʼi?
Tajaajila Mootummaa—2013
km 4/13 ful. 7

Yeroo Hunda Gabatee Beeksisaa Ni Ilaaltuu?

Jaarsoliin, tajaajiltoonni gumiifi namoonni gumii keessatti itti gaafatamummaa qaban kaan, yoom kutaa akka qaban beekuuf yeroo hunda gabatee beeksisaa ni ilaalu. Haataʼu malee namoonni gumii hundi achirraa odeeffannoo barbaachisaa argachuu dandaʼu. Galma Mootummaa qulqulleessuuf dabareen keessan yoom akka taʼe beektuu? Daawwataan olaanaa aanaa ykn waajjirri damee, gumichaaf xalayaa barbaachisaa taʼe ergeeraa? Nama Macaafa Qulqulluu qayyabsiistan afeeruu akka dandeessanitti, matadureen haasaa sabaa torban kanaa maal akka taʼe beektuu? Sagantaa walgaʼiirratti ykn tuuta tajaajila dirree keessanirratti jijjiiramni godhame jiraa? Odeeffannoowwan kana keessaa hedduunsaanii walgaʼiirratti himamuunsaanii kan hafe siʼa taʼu, jaarsoliinis odeeffannoowwan kana dhuunfaadhaan nama hundatti himuun isaan rakkisuu dandaʼa. Kanaafuu, yeroo hunda gabatee beeksisaa ilaaluu qabna. Akkas kan goonu yoo taʼe, wanti hundinuu “akka tolutti, sabiriidhaanis hojjetamuu” dandaʼa.—1 Qor. 14:40.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi