LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/13 ful. 8
  • Sagantaa Torban Caamsaa 6 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Caamsaa 6 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN CAAMSAA 6 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 4/13 ful. 8

Sagantaa Torban Caamsaa 6 Jalqabu

TORBAN CAAMSAA 6 JALQABU

Faarfannaa 26⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 5 key. 15-21 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Yoh. 1-4 (Daq. 10)

Lakk. 1: Yoh. 3:22-36 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: ‘Hafuuraan Geggeeffamaa Jiraachuu’ Jechuun Maal Jechuudha?—Gal. 5:16 (Daq. 5)

Lakk. 3: Wanta Sii Godhameef Yaadattee Ni Galateeffattaa?—lr boq. 18 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 22

Daq. 10: Yaadawwan Jiʼa Caamsaatti Barruulee Raabsuuf Gargaaran. Mareedhaan kan dhihaatu. Matadureewwan naannoo tajaajilaa keessaniif taʼan tokko tokko sekoondii 30 hanga 60 gidduutti ibsi. Achiis, matadureewwan qola Masaraa Eegumsaa jalatti baʼanitti fayyadamuudhaan, dhaggeeffattoonni gaaffii fedhii namaa kakaasu akkamii gaafachuufi caqasa kam dubbisuu akka yaadan akka dubbatan afeeri. Matadureewwan qola Dammaqaa! jala jiranii wajjin haala wal qabateenis akkasuma erga gootee booda, yoo yeroon si gaʼe barruulee lamaan keessaa isa tokkorraa mataduree kan biraa tokkorrattis ibsa kenni. Barruuleen lamaanuu akkamitti akka raabsaman hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Daq. 10: Waaqayyo Mana Namaa Yoo Ijaaruu Dhaabaate, Warri Isa Ijaaran Akkasumaan Itti Dadhabu. (Far. 127:1) Kitaaba Waggaa 2013 (Ingiliffa) fuula 149, keeyyata 1 hanga fuula 151, keeyyata 1⁠rratti hundaaʼee mariidhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa argatan akka dubbatan afeeri.

Faarfannaa 47⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi