LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/13 ful. 8
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2013
Tajaajila Mootummaa—2013
km 4/13 ful. 8

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Ebla: Barruulee Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! Deddeebii gaaffii yeroo gootan, kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu ykn akka fedhii namichaatti birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhaman keessaa isa tokkotti fayyadamuudhaan, qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuuf carraaqqii godhaa. Caamsaafi Waxabajjii: Babalʼistoonni tiraaktota armaan gadii keessaa tokko raabsuu dandaʼu: Macaafa Qulqulluutti amanuu kan dandeessu maaliifi?, Michoonni Keenya Warri Duʼan Abdii Akkamii Qabu? Rakkinni Hundi Yeroo Dhihootti Ni Bada! Dhugaasaa Beekuu Barbaaddaa? Namichi fedhii yoo qabaate, kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu ykn birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhaman keessaa isa tokkotti fayyadamuudhaan, qayyabannaan Macaafa Qulqulluu akkamitti akka godhamu itti argisiisaa. Adoolessa: Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe! ykn birooshuroota kan biraa.

◼ Walgaʼii koonyaarratti argamuu ilaalchisee gorsaafi yaadachiisa Tajaajila Mootummaa kanarratti argamurratti mariʼachuuf, Walgaʼii Tajaajilaa torban walgaʼii koonyaa keessan dura jirurratti sirreeffama gochuun barbaachisaa taʼuu dandaʼa. Walgaʼiin koonyaa erga godhamee jiʼa tokko ykn lama booda, tarii sagantaa akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa jedhurratti, yaadawwan walgaʼicharratti dhihaataniifi babalʼistoonni tajaajilaaf gaarii taʼanii argatanirratti mariʼadhaa.

◼ Yeroo kamittiiyyuu biyya gara biraa yommuu dhaqxan, walgaʼii koonyaarratti argamuuf karoora yoo qabaattan, Weebsaayitii www.jw.org jedhamurraa kutaa “About Us” jedhu jalatti “Conventions” kan jedhu filachuudhaan odeeffannoo isin gargaaru argachuu ni dandeessu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi