LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/13 ful. 4
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2013
Tajaajila Mootummaa—2013
km 5/13 ful. 4

Beeksisa

◼ Caamsaafi Waxabajjii: Babalʼistoonni tiraaktota armaan gadii keessaa tokko raabsuu dandaʼu: Macaafa Qulqulluutti Amanuu Kan Dandeessu Maaliifi?, Michoonni Keenya Warri Duʼan Abdii Akkamii Qabu?, Rakkinni Hundi Yeroo Dhihotti Ni Bada!, Dhugaasaa Beekuu Barbaaddaa? Namichi fedhii yoo qabaate, kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu ykn birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhaman keessaa isa tokkotti fayyadamuudhaan, qayyabannaan Macaafa Qulqulluu akkamitti akka geggeeffamu itti argisiisaa. Adoolessaafi Hagayya: Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe! ykn birooshuroota garabiraa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi