LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/13 ful. 4
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2013
Tajaajila Mootummaa—2013
km 5/13 ful. 4

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Duulli addaa waggaa waggaadhaan goonu, sochii addaa babalʼistoota gumii biyyichaa keessatti argamaniin jiʼa Amajjiitti godhaniin jalqabameera. Jiʼa jalqabaa duulli kun itti jalqabametti qofa obboloonniifi obboleettonni 133 naannoo garaagaraa 72 keessatti akka tajaajilan ramadamaniiru. Gabaasni tajaajilaa jiʼa Guraandhalaafi Bitootessaa yeroo nu gaʼuttimmoo lakkoofsi babalʼistoota duula kanarratti hirmaatanii baayʼee akka dabalu ni abdatama. Kanaan kan kaʼes, namoonni garaa qajeelaa qabaniifi hoolotatti fakkeeffaman akka argamaniifi qayyabannaa Macaafa Qulqulluu akka jalqaban ni abdanna.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi