LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/13 ful. 1
  • Sagantaa Torban Waxabajjii 10 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Waxabajjii 10 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN WAXABAJJII 10 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 6/13 ful. 1

Sagantaa Torban Waxabajjii 10 Jalqabu

TORBAN WAXABAJJII 10 JALQABU

Faarfannaa 37⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 7 key. 9-16 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: HoE. 1-4 (Daq. 10)

Lakk. 1: HoE. 1:15–2:4 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Namoonni Kan Dhukkubsatan Maaliifi?—lr boq. 23 (Daq. 5)

Lakk. 3: Ilaalcha Namoonni Hedduun Qaban Qilleensa Mancaʼaa Wajjin Wal Fakkeessuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?—Efe. 2:1, 2 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 26

Daq. 10: Dhaggeeffattoota Ilaaluun Barbaachisaa Kan Taʼe Maaliifi? Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa fuula 124, keeyyata 1 hanga fuula 125, keeyyata 4rratti hundaaʼee haasaadhaan kan dhihaatu. Babalʼisaa yommuu dhugaa baʼu nama ilaaluu sodaatu ilaachisee hojiin argisiisni gabaabaan akka dhihaatu godhi. Achiis hojiin argisiisichi irra deebiʼee akka dhihaatu godhi; yeroo kanatti babalʼisaan sun nama sana sirriitti ilaalaa lallaba.

Daq. 10: Maal Raawwanneerra? Barreessaa gumiitiin mareedhaan kan dhihaatu. Wanta tibba Ayyaana Yaadannootti raawwatame erga caqastee booda, sochii gumichi godheef galateeffadhu. Dhaggeeffattoonni waraqaa afeerrii Ayyaana Yaadannoo afeeruudhaan, namoota ayyaana kanarratti argamaniif deddeebii gaaffii gochuudhaan, akkasumas qajeelchaa gargaaraa taʼuudhaan muuxannoo argatan akka dubbatan afeeri.

Daq. 10: “Sirreeffama Barbaachisu Gochuuf Fedhii Qabdaa?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 14⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi