LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/13 ful. 2
  • Sagantaa Torban Waxabajjii 17 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Waxabajjii 17 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN WAXABAJJII 17 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 6/13 ful. 2

Sagantaa Torban Waxabajjii 17 Jalqabu

TORBAN WAXABAJJII 17 JALQABU

Faarfannaa 48⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 7 key. 17-22 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: HoE. 5-7 (Daq. 10)

Lakk. 1: HoE. 5:17-32 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Namni Tokko Yihowaa Biratti Beekamuuf Maal Gochuu Qaba?—2 Xim. 2:19 (Daq. 5)

Lakk. 3: Matumaa Hattuu Hin Taʼin!—lr boq. 24 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 29

Daq. 10: Tajaajilarratti Namoota Akka Kabajnu Argisiisuu Kan Dandeenyu Akkamitti? Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa fuula 190, keeyyata 1 hanga fuula 192, keeyyata 1rratti hundaaʼee haasaadhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisni gabaabaan babalʼisaan tokko karaa kabaja hin qabneen utuu nama haasofsiisuu argisiisuufi dhugaarratti hundaaʼe akka dhihaatu godhi. Achiis hojiin argisiisichi irra deebiʼee akka dhihaatu godhi; yeroo kanatti babalʼisaan sun nama sana kabajaan haasofsiisa.

Daq. 10: Namni Ati Qayyabsiistu Babalʼisaa Akka Taʼu Gargaari. Kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼuu jedhamu, fuula 78, keeyyata 3, hanga tuqaa isa dhumaa fuula 80rra jiruurratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu.

Daq. 10: “Carraawwan Dabalataa Yihowaadhaaf Galata Galchuuf Nu Gargaaran.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Babalʼistoota yeroo daawwataa olaanaan gumiisaanii daawwatetti qajeelchaa gargaaraa taʼan tokko ykn lamaaf gaafannoo gabaabaa godhi.

Faarfannaa 9⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi