LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/13 ful. 3
  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii
  • Tajaajila Mootummaa—2013
Tajaajila Mootummaa—2013
km 6/13 ful. 3

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Gaaffileen kanaa gadi jiran, Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii torban Waxabajjii 24, 2013 jalqabutti kan irratti mariʼatamanidha. Qabxiiwwan mareen irratti godhaman hundi guyyaansaanii kan ibsame, torban torbaniin mana barumsichaatiif yommuu qophoofnu qorannoo dabalataa akka goonuufidha.

1. Manni qulqullummaa Yohannis 2:20⁠rratti ibsameefi “ijaaruun isaa waggaa afurtamii jaʼa fudhate” isa kami? [Cam. 6, w08 4/15 ful. 30, key. 6]

2. Duuka buutonni Kiristos ofiisaaniitiin jireenya kan godhatan ykn jireenya barabaraa kan argatan yoomi? (Yoh. 6:53) [Cam. 13, w03-AM 9/15 ful. 31 key. 3]

3. Yesus, Abbaasaa ilmaan namootaa cubbuu dhaalanitti kan mulʼise akkamitti akka taʼe fakkeenyaan ibsi. (Yoh. 8:28) [Cam. 20, w11 4/1 ful. 7 key. 3]

4. Yesus yeroo michuunsaa Alaazaar duʼetti ‘imimmaan dhangalaasuusaarraa’ maal baranna? (Yoh.11:35) [Cam. 20, w08 5/1 ful. 24 key. 3-5]

5. Yesus miilla bartootasaa dhiquudhaan barumsa guddaa akkamii barsiise? (Yoh. 13:4, 5) [Cam. 27, w99-AM 3/1 ful. 31 key. 1]

6. Hafuurri Waaqayyoo geggeessaa keenya isa amansiisaa taʼuu kan dandaʼu akkamitti? (Yoh. 14:26) [Cam. 27, w11 12/15 ful. 14-15 key. 9]

7. Yohannis 21:15⁠rratti, jechi “isaan kana” (hiika bara 1899) jedhu maal argisiisa? Nutoo barumsa maalii irraa arganna? [Wax. 3, w08 4/15 ful. 32 key. 11]

8. Akka Hojiin Ergamootaa 2:44-47⁠fi Hojiin Ergamootaa 4:34, 35 jedhutti, Kiristiyaanonni amala akkamii argisiisuu qabu? [Wax. 10, w08 5/15 ful. 30 key. 5]

9. Yaanni Hojii Ergamootaa 7:59⁠rratti argamu Isxifaanos gara Yesusitti kadhannaa dhiheessuusaa argisiisaa? [Wax. 17, w08 5/15 ful. 31 key. 2]

10. Fakkeenya Barnaabaas isa gaarii hordofuu kan dandeenyu akkamitti? Akkas gochuu keenyaanoo faayidaa akkamii arganna? (HoE. 9:26, 27) [Wax. 24, bt-AM ful. 65 key. 19]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi