LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/13 ful. 4
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2013
Tajaajila Mootummaa—2013
km 6/13 ful. 4

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Jiʼoota jalqabaa arfan waggaa tajaajilaa kanaatti, saʼaatiin babalʼistoonni gabaasan parsantii 1.3⁠n kan dabale siʼa taʼu, lakkoofsisaaniis gara 9,523tti ol guddateera. Waggaa darbe baayʼinni barruulee raabsamanii parsantii 18⁠n dabaleera. Akkasumas obboloonni baayʼeen tajaajilarratti birooshuroota keenyatti fayyadamuunsaanii baayʼee nu gammachiiseera; kanaan kan kaʼes birooshurri raabsame isa jiʼoota arfan waggaa darbee wajjin yommuu wal bira qabamu parsantii 10⁠n dabaleera. Kunimmoo namoonni dabalataa baayʼeen Macaafa Qulqulluu qayyabachuu akka jalqaban gargaara.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi