LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/13 ful. 1
  • Sagantaa Torban Adoolessa 8 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Adoolessa 8 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ADOOLESSA 8 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 7/13 ful. 1

Sagantaa Torban Adoolessa 8 Jalqabu

TORBAN ADOOLESSA 8 JALQABU

Faarfannaa 43⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 8 key. 17-24 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: HoE. 15-17 (Daq. 10)

Lakk. 1: HoE. 16:16-34 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Kiristiyaanonni Yeroo Ari’atamni Isaanirra Ga’u Kan Gammadan Maaliifi?—Mat. 5:11, 12 (Daq. 5)

Lakk. 3: Wanta Gaarii Raawwachuun Ulfaataa Kan Ta’e Maaliifi?—lr boq. 26 (Daq. 5)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 28

Daq. 10: Malawwan Misiraachicha Lallabuun Itti danda’amu—Namoota Fedhii Qaban Jaarmiyaa Yihowaa Wajjin Wal Barsiisuu. Kitaaba Saba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’e (Amaariffa) jedhamu fuula 99, keeyyata 2, hanga fuula 100, keeyyata 1⁠rratti hundaa’ee haasaadhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni namoota Macaafa Qulqulluu qayyabsiisan birooshura Yeroo Har’aa Fedha Yihowaa Raawwachaa Kan Jiran Eenyufa’i? jedhamutti fayyadamuudhaan, jaarmiyaa Yihowaa wajjin akkamitti akka wal barsiisan akka dubbatan afeeri.

Daq. 10: Yihowaa Qoranii Ilaaluudhaan Eebba Danuu Argachuu (Mil. 3:10) Qajeelchitoota lama ykn sadiif gaafannoo godhi. Qajeelchaa ta’uusaaniitti wanti caalaa isaan gammachiisu maalidha? Qajeelchaa ta’uunsaanii karaa hafuuraa kan isaan gargaare akkamitti? Muuxannoo gammachiisaa argatan akka dubbatan afeeri. Babal’istoonni ji’a Fulbaanaatti qajeelchaa akka ta’an jajjabeessuudhaan haasaakee xumuri.

Daq. 10: “Fakkeenya Raajotaa Fudhadhaa—Yo’el.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 54fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi