LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/13 ful. 2
  • Sagantaa Torban Adoolessa 15 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Adoolessa 15 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ADOOLESSA 15 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 7/13 ful. 2

Sagantaa Torban Adoolessa 15 Jalqabu

TORBAN ADOOLESSA 15 JALQABU

Faarfannaa 48⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 9 key. 1-7 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: HoE. 18-21 (Daq. 10)

Lakk. 1: HoE. 20:17-38 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Eenyuun Waaqeffatta?—lr boq. 27 (Daq. 5)

Lakk. 3: Yaada Keenya Fedha Hafuuraatti Akka Hiine Argisiisuu Kan Dandeenyu Akkamitti?—Rom. 8:6 (Daq. 5)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 47

Daq. 10: Garaa Bartoota Keessanii Tuqaa. (Luq. 24:32) Gaaffiiwwan kanarratti hundaa’ee mareedhaan kan dhihaatu: (1) Yommuu qayyabannaa Macaafa Qulqulluu qayyabsiisnu, (a) jaalalaafi ogummaa Yihowaa, (b) seera bu’uuraa Macaafa Qulqulluu hojiirra oolchuun bu’aa akka qabu, (c) murtoo tokko gochuu keenya dura Yihowaarraa qajeelfama barbaaduun sirrii ta’uusaa jabeessinee ibsuun barbaachisaa kan ta’e maaliifi? (2) Namoota Macaafa Qulqulluu qayyabsiistan gaaffiiwwan armaan gadii gaafachuun keessan garaasaa tuquufi dhiisuu keessan baruuf kan isin gargaaru akkamitti? (a) Wanti kun sirrii sitti fakkaataa? (b) Wanti kun jaalala Yihowaa kan calaqqisiisu sitti fakkaataa? (c) Gorsa kana hojiirra oolchuunkee faayidaa akkamii siif argamsiisa?

Daq. 20: “Dargaggootaa, Guddina Argisiisaa Jirtuu?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Jaarsa gumii ykn tajaajilaa gumii dargaggeessa ta’e tokkoof gaafannoo gabaabaa godhi. Tajaajilaa gumii ta’ee muudamuusaa dura leenjiifi itti gaafatamummaa akkamii argatee ture? Obboloonni kaan karaa hafuuraa akka guddatuuf kan isa gargaaran akkamitti? Karaa hafuuraa guddachuunsaa eebbawwan akkamii isaaf argamsiise?

Faarfannaa 26⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi