LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/13 ful. 4
  • Sagantaa Torban Adoolessa 22 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Adoolessa 22 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ADOOLESSA 22 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 7/13 ful. 4

Sagantaa Torban Adoolessa 22 Jalqabu

TORBAN ADOOLESSA 22 JALQABU

Faarfannaa 22⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 9 key. 8-14 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: HoE. 22-25 (Daq. 10)

Lakk. 1: HoE. 22:17-30 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Utuma Biyya Lafaarra Jiraannuu Kan Biyya Lafaa Ta’uu Dhiisuu Kan Dandeenyu Karaawwan Kamiini?—Yoh. 17:15, 16 (Daq. 5)

Lakk. 3: Eenyuuf Abboomamuu Akka Qabnu Beekuu—lr boq. 28 (Daq. 5)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 41

Daq. 10: Waggaa Barumsaa Haaraatiif Qophaa’aa Jirtuu? Mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattooni qorumsa mana barumsaatti dargaggoota Kiristiyaana ta’an mudatu akka dubbatan afeeri. Warri, ijoolleensaanii qorumsa mana barumsaatti isaan mudatu mo’uu akka danda’an qopheessuuf, Indeeksii, kitaaba Gaaffii Dargaggootaa, Weeb saayitii keenyaafi barreeffamoota kaanitti yeroo waaqeffannaa maatiirratti akkamitti itti fayyadamuu akka danda’an ibsi. (1 Phe. 3:15) Barreeffamoota keenyarraa mataduree tokko ykn lama filachuudhaan, odeeffannoo faayida qabeessa ta’e akkamii kennuu akka danda’an ibsi. Dhaggeeffattoonni mana barumsaatti dhugaa ba’aa kan turan akkamitti akka ta’e akka dubbatan afeeri.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti fayyadamaa.

Daq. 10: “Duula Bu’aa Argamsiise.” Tajaajila Mootummaa Ebla 2013⁠rratti hundaa’ee mareedhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 1⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi