Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
Ji’a Amajjiitti ijoon gabaasa hojii keenyaa akka armaan gadii ture: dimshaashaan baay’inni babal’istootaa, gara 9,532, qajeelchitootaa gara 1,920, akkasumas baay’inni birooshuroota raabsamanii 26,024 kan ture si’a ta’u, kunimmoo isa 2005 kaasee ture baay’ee kan caaludha. Namoota fedhii argisiisan deebitanii gaafachuudhaan, birooshura Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe! jedhutti fayyadamtanii qayyabannaa Macaafa Qulqulluu akka jalqabsiistan isin jajjabeessina.