Sagantaa Torban Hagayya 12 Jalqabu
TORBAN HAGAYYA 12 JALQABU
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cl boq. 10, key. 8-13 (Daq. 30)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q: Rom. 5-8 (Daq. 10)
Lakk. 1: Rom. 6:21–7:12 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Jajjabina Eessaa Argachuu Dandeenya?—lr boq. 31 (Daq. 5)
Lakk. 3: Hariiroo Yihowaa Wajjin Qabnu Caalaa, Qabeenyaaf Dursa Kennuun Balaa Kan Gessisu Maaliifi?—Mat. 6:33; 1 Xim. 6:10 (Daq. 5)
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 10: “Dubbiin Waaqayyoo Barsiisuuf Dhimma Baasa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Kan beekamu yoo ta’e guyyaa walga’iin aanaa itti godhamu dubbadhu.
Daq. 10: Yaadannoo Gabaabaa Qabachuun Tajaajilarratti Kan Nu Gargaaru Akkamitti? Marii kitaaba Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii, fuula 166, keeyyata 5, hanga fuula 167, keeyyata 4rratti hundaa’ee dhihaatu. Babal’isaan tokko barreeffama ji’a sanatti raabsamu fayyadamuudhaan tajaajila ba’uusaa dura daqiiqaa muraasa fudhatee yaadawwan ijoo dubbachuuf yaade sammuusaatiin ennaa irra deebi’u ofhaasiidhaan akka dhiheessu godhi.
Daq. 10: Barumsa Maalii Arganna? Mariidhaan kan dhihaatu. Hojii Ergamootaa 8:26-31 akka dubbifamu godhi. Seenaan kun tajaajila keenyarratti nu gargaaruu kan danda’u akkamitti akka ta’e mari’adhaa.
Faarfannaa 29fi Kadhannaa