LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/13 ful. 2
  • Sagantaa Torban Hagayya 19 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Hagayya 19 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN HAGAYYA 19 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 8/13 ful. 2

Sagantaa Torban Hagayya 19 Jalqabu

TORBAN HAGAYYA 19 JALQABU

Faarfannaa 51⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 10, key. 14-21 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Rom. 9-12 (Daq. 10)

Lakk. 1: Rom. 9:19-33 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Yesus Eegumsa Kan Argate Akkamitti?—lr boq. 32 (Daq. 5)

Lakk. 3: Caaffanni Qulqullaa’oon Sababii Itti Namoota Sodaachuu Hin Qabne Ilaalchisee Maal Jedhu?—Luq. 12:​4-​12 (Daq. 5)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 37

Daq. 10: “Dubbiin Waaqayyoo Humna Qaba.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Kan beekamu yoo ta’e guyyaa walga’iin addaa itti godhamu dubbadhu.

Daq. 10: Namoota Marii Dhaabsisaniif Deebii Akkamii Kennuu Dandeenya? Ilaaltuun olaanaa tajaajilaa mariidhaan kan dhiheessu. Yaadawwan kitaaba Ragaa Dhiheessuu keessatti hin caqasamneefi naannoo tajaajilaa keessanitti marii dhaabsisuuf dubbataman lama ykn sadii ibsi. Deebii akkamii kennuu akka dandeenyu yaada akka kennan dhaggeeffattoota afeeri. Hojiin argisiisni gabaabaan tokko akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Ija Jabinaan Lallabaa. (HoE. 4:29) Kitaaba Waggaa 2013, fuula 49, keeyyata 1-6fi fuula 69, keeyyata 1-6⁠rratti hundaa’ee mariidhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa argatan akka dubbatan afeeri.

Faarfannaa 47⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi