Sagantaa Torban Fulbaana 9 Jalqabu
TORBAN FULBAANA 9 JALQABU
Faarfannaa 31fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cl boq. 11, key. 17-22 (Daq. 30)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: 1 Qor. 10-16 (Daq. 10)
Lakk. 1: 1 Qor. 14:7-25 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Ilmaan Namootaa Cubbamoo Ta’an ‘Yihowaan Fuula Ifaadhaan Akka Isaan Ilaalu’ [NW] Gochuu Kan Danda’an Akkamitti?—2 Sen. 33:12, 13; Isa. 55:6, 7 (Daq. 5)
Lakk. 3: Yeroo Duunu Maal Taana?—lr boq. 34 (Daq. 5)
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 10: Dargaggootaa—Jireenya Keessaniin Maal Gochuuf Yaaddaniittu?—Kutaa 1. Tiraaktii Dargaggoota jedhamu keeyyata 1-9rratti hundaa’ee haasaadhaan kan dhihaatu. Dargaggoota Mootummichaaf dursa kennaa jiran galateeffadhu.
Daq. 10: Muuxannoowwan Birooshura Misiraachoo Jedhamutti Fayyadamuudhaan Argaman. Mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni qayyabannaa jalqabsiisuuf birooshura misiraachoo jedhamutti fayyadaman muuxannoo gaarii argatan akka dubbatan afeeri. Hojiin argisiisni birooshura kana nama kanaan dura barruu fudhateef deddeebii gaaffii yommuu goonu, akkamitti itti fayyadamuun akka danda’amu argisiisu akka dhihaatu godhi.—Tajaajila Mootummaa Bitootessa 2013, fuula 9 ilaali.
Daq. 10: “Fakkeenya Raajotaa Fudhadhaa—Amos.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 44fi Kadhannaa