LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/13 ful. 4
  • Sagantaa Torban Muddee 2 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Muddee 2 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MUDDEE 2 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 11/13 ful. 4

Sagantaa Torban Muddee 2 Jalqabu

TORBAN MUDDEE 2 JALQABU

Faarfannaa 42⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 15 key. 16-23 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 1Phe. 1-5–2Phe. 1-3 (Daq. 10)

Lakk. 1: 1Phe. 2:18–3:7 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Mootummaan Waaqayyoo Maalidha? Akka Isa Barbaannu Akkamitti Argisiisna?​—lr boq. 45 (Daq.  5)

Lakk. 3: Yesus Masiihicha Ta’uusaa Mirkanaa’oo Ta’uu Kan Dandeenyu Maaliifi?—Luq. 24:44; Gal. 4:4 (Daq. 5)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 43

Daq. 5: Sanbadduraa Isa Jalqabaatti Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuu. Haasaadhaan kan dhihaatu. Hundisaanii Sanbadduraa jalqabaa ji’a Muddeetti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu akka jalqabsiisan jajjabeessi. Qola dhumaa Masaraa Eegumsaatti fayyadamuudhaan, hojiin argisiisni gabaabaan, kun akkamitti akka raawwatamu argisiisu akka dhihaatu godhi.

Daq. 15: Itti Fayyadamuuf Yaaltaniittuu? Mareedhaan kan dhihaatu. Matadureewwan Tajaajila Mootummaa dhiheenyatti ba’an kana haasaadhaan gabaabsii dhiheessi: “Weeb Saayitii Keenya—Isa Nuunis Ta’e Namoota Kaan Gargaaruuf Qophaa’e” (km 12/12), “Yeroo Qayyabsiistan Viidiyootti Fayyadamaa Barsiisaa,” akkasumas “Xiyyeeffannaa Namoota Akkamii Hawwachuu Danda’u?” (km 5/13). Dhaggeeffattoonni, yaada matadureewwan kanarra jiran hojiirra oolchuudhaan akkamitti akka fayyadaman gaafadhu.

Daq. 10: Duula Tajaajilaa Fuuldura Keenya Jirurratti Hirmaachuu Ni Dandeessaa? Ilaaltuun olaanaa tajaajilaa mareedhaan kan dhiheessu. Xalayaa waajjira dameerraa ergame dubbisi; achiis nama duula darberratti hirmaateef gaafannoo gochuudhaan fedhiisaanii kakaasi.

Faarfannaa 12fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi