LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/13 ful. 1
  • Sagantaa Torban Muddee 9 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Muddee 9 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MUDDEE 9 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 12/13 ful. 1

Sagantaa Torban Muddee 9 Jalqabu

TORBAN MUDDEE 9 JALQABU

Faarfannaa 25fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 16 key. 1-7 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: 1 Yoh. 1-5; 2 Yoh. 1-13; 3 Yoh. 1-14–Yih 1-25 (Daq. 10)

Lakk. 1: 1 Yoh. 5:1-21 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Yesus Kiristos Yaadatamuu Kan Qabu Akkamitti?—Luq. 1:32, 33; Yoh. 17:3 (Daq. 5)

Lakk. 3: Bishaan Badiisaa Deebiʼee Ni Dhufaa?—lr boq. 46 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 5

Daq. 15: Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii 2014. Haasaa ilaaltuu mana barumsichaatiin dhihaatu. Sagantaa 2014 ilaalchisee qabxiiwwan naannoo keessaniif taʼan ibsi. Dubbisni Macaafa Qulqulluu torban sanatti akka dubbisnuuf kenname boqonnaawwan jalqabaa kutaa Macaafa Qulqulluu tokkoo yoo taʼe, obboleessi ijoo dubbisa Macaafa Qulqulluu dhiheessu birooshura “Caaffanni Qulqullaaʼaan Hundinuu” jedhamurraa dhiheessuun akka isa hin barbaachisne ibsi. Kutaa isaaniif kenname dhiheessuuf, ijoo dubbisa Macaafa Qulqulluurratti yaada kennuuf, akkasumas yaadawwan kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaarratti kennaman hojiirra oolchuuf carraaqii akka godhan hundasaanii jajjabeessi.

Daq. 15: “Akkaataa Dhiheenyaa Buʼa Qabeessa Taʼe Qophaaʼuu Kan Dandeessu Akkamitti?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Akkaataa dhiheenyaa kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu raabsuuf gargaaru lama hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi; inni jalqabaa buʼa qabeessa kan hin taane, inni lammaffaan garuu buʼa qabeessa kan taʼe haataʼu.

Faarfannaa 23⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi