Beeksisa
◼ Barreeffamoota raabsaman Muddee: Tiraaktotaafi kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamu. Amajjiifi Guraandhala: Birooshuroota Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe! ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhaman. (Birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu jedhamu namoota akka gaaritti dubbisuu hin dandeenye ykn matummaa dubbisu hin dandeenye gargaaruuf itti fayyadamuu dandeenya.) Bitootessaa: Barruu Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa!
◼ Ayyaanni Yaadannoo bara 2015, Jimaata, Ebla 3, 2015 kabajama.