LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/13 ful. 8
  • Sagantaa Torban Amajjii 6 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Amajjii 6 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN AMAJJII 6, 2014 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 12/13 ful. 8

Sagantaa Torban Amajjii 6 Jalqabu

TORBAN AMAJJII 6, 2014 JALQABU

Faarfannaa 46fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 17 key. 9-16 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Uma. 1-5 (Daq. 10)

Lakk. 1: Uma. 4:1-16 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: td 1A Waaqayyo, Abboota Durii Waaqeffachuu Kan Hin Deggerre Maaliifi? (Daq. 5)

Lakk. 3: Waaqayyo, Waaqa Namaa Hin Yaanneefi Gara-Jabeessadhaa?—bh boq. 1 key. 1-10 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 43

Daq. 10: Yaadawwan Jiʼa Amajjiitti Barruulee Raabsuuf Gargaaran. Mareedhaan kan dhihaatu. Matadureewwan naannoo tajaajilaa keessaniif taʼan tokko tokko sekoondii 30 hanga 60 gidduutti ibsi. Achiis, matadureewwan qola Masaraa Eegumsaa jalatti baʼanitti fayyadamuudhaan, dhaggeeffattoonni gaaffii fedhii namaa kakaasu akkamii akka fayyadaman gaafadhu. Achiis caqasa kam dubbisuu akka yaadan akka dubbatan afeeri. Matadureewwan qola Dammaqaa! jala jiranii wajjin haala wal qabateenis akkasuma erga gootee booda, yoo yeroon si gaʼe barruulee lamaan keessaa isa tokkorraa mataduree kan biraa tokkorrattis ibsa kenni. Barruuleen lamaanuu akkamitti akka raabsaman hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Daq. 10: Barumsa Maalii Arganna? Mareedhaan kan dhihaatu. Qorontos Inni Duraa 9:19-23 akka dubbifamu godhi. Caqasni kun tajaajila keenyarratti nu gargaaruu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe mariʼadhaa.

Faarfannaa 7fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi