LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/14 ful. 1
  • Sagantaa Torban Amajjii 13 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Amajjii 13 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN AMAJJII 13 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 1/14 ful. 1

Sagantaa Torban Amajjii 13 Jalqabu

TORBAN AMAJJII 13 JALQABU

Faarfannaa 33⁠fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 17 17-23 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Uma. 6-10 (Daq. 10)

Lakk. 1: Uma. 9:18–10:7 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: td 1B Namootaaf Ulfina Kennuun Danda’amus, Waaqeffatamuu Kan Qabu Garuu Waaqayyo Qofadha (Daq. 5)

Lakk. 3: Jalʼina Nurratti Raawwatamuuf Waaqayyootti Maaltu Dhagaʼama?—bh boq. 1 key. 11-17 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 11

Daq. 10: Faayidaa Irra Deddeebiʼuun Tajaajilarratti Qabu. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 206-207⁠rratti hundaaʼee haasaadhaan kan dhihaatu. Qabxiiwwan dhihaatanirratti hundaaʼuudhaan yoo xinnaate hojiin argisiisni gabaabaan tokko akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Dhiirota Hojii Gaarii Hojjetan. (1 Xim. 3:13) Tajaajiltoota gumii lamaaf gaafannoo godhi. Gumii keessatti itti gaafatamummaa akkamii qabu? Hojii kana raawwachuun maalfaa dabalata? Tajaajilaa gumii taʼuuf kan isaan kakaase maalidha? Gumii tajaajiluufi jaarsolii gargaaruun kan isaan gammachiisu maaliifi?

Daq. 10: “Fakkeenya Raajotaa Fudhadhaa—Miikiyaas.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 35⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi