LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/14 ful. 4
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2014
Tajaajila Mootummaa—2014
km 2/14 ful. 4

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Waggaa tajaajilaa darbetti lakkoofsi babalʼistootaa haaraan 9,649 gaʼe kan galmeeffame siʼa taʼu, waggaatti guddinni dhibbeentaan 2.3 argameera. Namoonni 498 taʼan cuuphamaniiru. Lakkoofsi qajeelchitootaa dhibbeentaa 12n dabaleera; qajeelchitoonni haaraan 181 taʼanimmoo Fulbaanatti tajaajilasaanii jalqabaniiru. Namoonni 22 dubbisuufi barreessuu akka baratan gargaarsi kan godhameef siʼa taʼu, kunis gaariidha. Birooshura raabsuurratti dhibbeentaa 42n, barruulee raabsuurrattimmoo dhibbeentaa 11n guddinni argameera. Kunimmoo, deddeebiiwwan gaaffiifi qayyabannaawwan Macaafa Qulqulluu hedduu akka argamsiisu abdii qabna.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi