LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/14 ful. 1
  • Sagantaa Torban Bitootessa 10 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Bitootessa 10 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN BITOOTESSA 10 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 3/14 ful. 1

Sagantaa Torban Bitootessa 10 Jalqabu

TORBAN BITOOTESSA 10 JALQABU

Faarfannaa 1⁠fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 20, key. 8-15 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q: Uma. 40-42 (Daq. 10)

Lakk. 1: Uma. 41:1-16 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: td 4C Macaafa Qulqulluu—Kitaaba Namoota Hundumaaf Ta’u (Daq. 5)

Lakk. 3: Yesus Nama Akkamii Ture?—bh boq. 4 key. 10-19 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 41

Daq. 15: Waaqeffannaa Maatii Nama Haaromsu. Waaqeffannaa maatiisaanii ilaalchisee maatii tokkoof gaafannoo godhi. Sagantaansaanii maal of keessatti qabata? Wanta irratti mariʼatan kan murteessan maalirratti hundaaʼaniiti? Wantoota weeb saayitii jw.org jedhamurratti argaman keessaa maalfaatti fayyadamaniiru? Sagantaansaanii kun tajaajilarratti kan isaan gargaare akkamitti? Wanti kan biraan sagantaasaanii akka addaan hin kunne yaalii akkamii godhu? Sagantaa waaqeffannaa maatiisaaniirraa faayidaa maalii argataniiru?

Daq. 15: “Dandeettii Tajaajilarratti Qabnu Fooyyeffachuu—Namoota Maree Keenya Dhaabsisuu Barbaadaniif Deebii Kennuu.” Mareedhaan kan dhihaatu. Yaadawwan maree dhaabsisaniifi babalʼistoota mudachuu dandaʼan lama ykn sadii kaasuudhaan, deebii kennuun akkamitti akka dandaʼamu yaada akka kennan gaafadhu. Walgaʼii Tajaajilaa Torban Ebla 7 jalqaburratti wanta tajaajilarratti isaan mudate dubbachuuf carraa akka qaban babalʼistoota yaadachiisi.

Faarfannaa 17⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi