LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sn far. 41
  • Dargaggummaatti Yihowaa Waaqeffadhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dargaggummaatti Yihowaa Waaqeffadhaa
  • Yihowaa Faarfadhaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dargaggummaatti Yihowaa Waaqeffadhaa
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Gaarummaa
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • ‘Gatii Guutuu’ Yihowaa Biraa Argamu
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Kottaa Haaromaa
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
Yihowaa Faarfadhaa
sn far. 41

Faarfannaa 41

Dargaggummaatti Yihowaa Waaqeffadhaa

(Lallaba 12:⁠1)

1. Dargaggoon Waaqayyoof gatii qabduu;

Yihowaan isin jaallata hedduu.

Nuf warra keessaniin fayyadamee

Xiyyeeffannaa kenna sinii dhimmee.

2. Warra keessaniif ulfina kennaa,

Isaan hin morminaa hin lolinaa.

Waaqaaf nama duratti jajamnaan,

Isin gammachiisa dargaggummaan.

3. Dargaggummaatti Waaqa yaadadhaa;

Fedha dhugaaf qabdaniin gudadhaa.

Yommuu Yihowaadhaaf of kennitan

Beekaa akka isa gammachiistan.

(Dabalataan Far. 71:17; Faru. 3:27; Efe. 6:​1-3 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi