LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/14 ful. 2
  • Sagantaa Torban Bitootessa 17 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Bitootessa 17 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN BITOOTESSA 17 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 3/14 ful. 2

Sagantaa Torban Bitootessa 17 Jalqabu

TORBAN BITOOTESSA 17 JALQABU

Faarfannaa 37⁠fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 20, key. 16-21 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Uma. 43-46 (Daq. 10)

Lakk. 1: Uma. 44:18-34 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: td 5A Dhiiga Fudhachuun, Qulqullina Dhiigaa Wajjin Wal Faallessa? (Daq. 5)

Lakk. 3: Yesus Hamma Dhumaatti Amanamaa Ta’eera—bh boq. 4 key. 20-22 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 29

Daq. 15: Tajaajilarratti Malaan Dubbadhaa. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa fuula 197, keeyyata 1 hanga fuula 199, keeyyata 4⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisni babalʼisaan tokko malaan utuu hin gargaaramin mormii kaʼeef yeroo deebii kennu argisiisu akka dhihaatu godhi. Achiis hojiin argisiisni garabiraan yeroo inni mormii wal fakkaatuuf malaan deebii kennu argisiisu akka dhihaatu godhi.

Daq. 15: “Carraa Argattanitti Ni Fayyadamtuu?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Dubbisa Macaafa Qulqulluu tibba Ayyaana Yaadannoo dubbifamu dubbisuuf qophii godhan akka dubbatan dhaggeeffattoota afeeri. Qophii gumichi Ayyaana Yaadannootiif godhe dubbadhu.

Faarfannaa 8⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi