LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/14 ful. 8
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2014
Tajaajila Mootummaa—2014
km 4/14 ful. 8

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Walgaʼii koonyaa ‘Dubbiin Waaqayyoo Dhugaadha!’ jedhuufi biyya keenyatti siʼa 25 godhamerratti namoonni 17,011 kan argaman siʼa taʼu, 258 cuuphamaniiru. Duulli waraqaa afeerrii walgaʼichaaf godhame, namoonni hammanaa akka irratti argamaniif gumaacha godheera. Namoota fedhii argisiisan keessaa namni obboleessa keenya tokkoo wajjin wal beekuufi waraqaa afeerrii fudhachuudhaan kiilomeetira 200 deemee dhufee walgaʼicharratti argame isa tokkodha. Akkasumas, qajeelchitoonni 612 taʼan Mana Barumsaa Tajaajila Qajeelchitootaarratti kan hirmaatan siʼa taʼu, guddina hafuuraatiif xiyyeeffannaa akka kennan jajjabeeffamaniiru, leenjii tajaajilaaf isaan gargaarus argataniiru.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi