LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/14 ful. 1
  • Sagantaa Torban Caamsaa 12 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Caamsaa 12 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN CAAMSAA 12 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 5/14 ful. 1

Sagantaa Torban Caamsaa 12 Jalqabu

TORBAN CAAMSAA 12 JALQABU

Faarfannaa 49⁠fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 23 key. 10-18 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookiraasii:

Dubbisa M.Q.: Baʼuu 27-29 (Daq. 10)

Lakk. 1: Baʼuu 29:19-30 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: td 9A Yesus Fannoorratti Fannifamee? (Daq. 5)

Lakk. 3: Duuni Diina Kan Taʼe Maaliifi—bh boq. 7 key. 1-6 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 28

Daq. 15: Sabni Lafarraa Hundinuu Gara Isaatti In Yaaʼu. (Isa. 2:2) Babalʼistoota lamaaf jechuunis, babalʼisaa dhugaa keessa yeroo dheeraa tureefi reefuu gara dhugaatti dhufeef gaafannoo godhi. Yeroo dhugaa baratanitti wanti qalbiisaanii hawwate maal ture? Rakkoowwan akkamii moʼuutu isaan barbaachisee ture? Guyyaa jalqabaatiif walgaʼii gumiirratti yeroo argaman wanti isaan ajaaʼibsiise maal ture? Yeroo jalqabaatiif tajaajilarratti yeroo hirmaatan maaltu isaanitti dhagaʼame? Namoonni gumii keessa jiran kaan guddina hafuuraa akka isaan godhaniif kan isaan gargaaran akkamitti?

Daq. 15: “Dandeettii Tajaajilarratti Qabnu Fooyyeffachuu—Seensa Qopheessuu Kan Dandeenyu Akkamitti.” Mareedhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisni kutaa lama qabu akka dhihaatu godhi. Hojiin argisiisni jalqabaa seensa itti hin yaadamne kan argisiisu, lammaffaanimmoo seensa sirriitti itti yaadame kan argisiisu haataʼu. Yoo yeroo qabaatte kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa fuula 215-219rraa yaadawwan barbaachisoo taʼan itti dabalii dhiheessi.

Faarfannaa 20⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi