Sagantaa Torban Caamsaa 19 Jalqabu
TORBAN CAAMSAA 19 JALQABU
Faarfannaa 33fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cl boq. 23 key. 19-23 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookiraasii:
Dubbisa M.Q.: Baʼuu 30-33 (Daq. 10)
Lakk. 1: Baʼuu 32:1-14 (Daq. 4 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: td 9B Kiristiyaanonni Fannoo Waaqeffachuu Qabuu? (Daq. 5)
Lakk. 3: Seenaawwan Waaʼee Duʼaa Kaʼuu Dubbatanirraa Maal Baranna?—bh boq. 7 key. 7-15 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 10: Waaʼee Misiraachichaa Kan Lallabnu Maaliifi? Haasaa kitaaba Saba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼe (Amaariffa) jedhamu fuula 77 hanga fuula 78 key. 2 irratti hundaaʼee dhihaatu. Tajaajila kan jaallatan maaliif akka taʼe akka dubbatan dhaggeeffattoota afeeri.
Daq. 10: Yeroo Boqonnaa Keetti Qajeelchaa Gargaaraa Taʼuu Ni Dandeessaa? Mareedhaan kan dhihaatu. Yaadawwan kitaaba Saba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼe (Amaariffa) jedhamu, fuula 112 keeyyata 4rra jiranirraa ulaagaalee qajeelchaa gargaaraa taʼuuf barbaachisan gabaabsii ibsi. Babalʼistoonni yeroo boqonnaasaaniitti qajeelchaa gargaaraa taʼanii tajaajilan, eebba argatan akka dubbatan afeeri. Yeroo boqonnaasaanii ittaanutti qajeelchaa gargaaraa taʼanii akka tajaajilaniif hundasaanii jajjabeessi.
Daq. 10: “Yeroo Kabajuu Barsiifata Godhadhaa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Keeyyata 4rratti yeroo mariʼattan yeroo akka kabajaniif maaltu akka isaan gargaare akka dubbatan dhaggeeffattoota afeeri.
Faarfannaa 44fi Kadhannaa