LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/14 ful. 3
  • Sagantaa Torban Caamsaa 26 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Caamsaa 26 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN CAAMSAA 26 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 5/14 ful. 3

Sagantaa Torban Caamsaa 26 Jalqabu

TORBAN CAAMSAA 26 JALQABU

Faarfannaa 23⁠fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 24 key. 1-6 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookiraasii:

Dubbisa M.Q.: Baʼuu 34-37 (Daq. 10)

Lakk. 1: Baʼuu 34:1-16 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: td 10A Sababiin Duʼi Itti Dhufe Maalidha? (Daq. 5)

Lakk. 3: “Warri Duʼanii Awwaalaman” Hundi Ni Kaʼu—bh boq. 7 key. 16-25 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 32

Daq. 10: Sanbadduraa Isa Jalqabaatti Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuu. Mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni Sanbadduraa isa jalqabaatti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuudhaan muuxannoo argatan akka dubbatan afeeri. Akkaataa dhiheenyaa fuula 4rratti argamutti gargaaramuudhaan, hojiin argisiisni Sanbadduraa isa jalqabaa jiʼa Waxabajjiitti qayyabannaa jalqabsiisuun akkamitti akka dandaʼamu argisiisu akka dhihaatu godhi. Hundumtuu akka irratti hirmaatan jajjabeessi.

Daq. 10: Ariʼatama Moʼuun Lallabuuf Carraa Bana. (Luq. 21:12, 13) Kitaaba waggaa 2013 (Ingiliffa) fuula 124, keeyyata 1 fi fuula 128, keeyyata 1-2rratti hundaaʼee Mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa argatan akka dubbatan afeeri.

Daq. 10: Saanduqa Gaaffii. Maree jaarsaan dhihaatu. Obboloonni maatiisaaniirraa dhugaa Macaafa Qulqulluu gadi fageenyaan baratan buʼa argatan akka dubbatan afeeri.

Faarfannaa 41⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi