Beeksisa
◼ Caamsaafi Waxabajjii: Tiraaktota. Adoolessa: Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe! ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu. (Birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu jedhamu namoota hin baranne ykn sirriitti dubbisuu hin dandeenye gargaaruuf itti fayyadamuun ni dandaʼama. Kunimmoo ijoollees ni dabalata.) Hagayya: Tiraaktota ykn Birooshuroota armaan gadii keessaa tokkotti fayyadamuun ni dandaʼama: Dhugumaan Waaqayyo Waaʼee Keenya Ni Yaadaa?, Namni Jaallattan Yeroo Duʼu Ykn Michuu Waaqayyoo Taʼuu Dandeessa jedhaman. Akkasumas, tarii birooshuroota of harkaa qabduufi bara 2011 dura baʼanitti gargaaramuu dandeessa.