Sagantaa Torban Waxabajjii 2 Jalqabu
TORBAN WAXABAJJII 2 JALQABU
Faarfannaa 55fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cl boq. 24 ¶7-15 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookiraasii:
Dubbisa M.Q.: Baʼuu 38-40 (Daq. 10)
Lakk. 1: Baʼuu 40:20-38 (Daq.4 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: td 10B Namoonni Duʼan Nu Miidhuu Dandaʼuu? (Daq. 5)
No. 3: Macaafni Qulqulluun Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo Maal Nutti Hima?—bh boq. 8 key. 1-10 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 10: Jiʼa Waxabajjiitti Barruulee Raabsuuf Qophaaʼuu. Mareedhaan kan dhihaatu. Akkaataa dhiheenyaa fuula kanarratti argamutti fayyadamuudhaan, hojiin argisiisni barruulee kana raabsuun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe argisiisu akka dhihaatu gochuudhaan jalqabi. Achiis Akkaataa dhiheenyaa sana jalqabaa hamma xumuraatti irra deebiʼii ibsi. Hundisaanii barruulee kana sirriitti erga dubbisanii booda, tajaajilarratti hinaaffaadhaan akka raabsan jajjabeessuudhaan kutaakee xumuri.
Daq. 10: Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa.
Daq. 10: Maal Raawwanneerra?Mareedhaan kan dhihaatu. Babalʼistoonni Mataduree “Dandeettii Tajaajilarratti Qabnu Fooyyeffachuu—Seensa Qopheessuu Kan Dandeenyu Akkamitti?” jedhurraa faayidaa akkamii akka argataniifi muuxannoo gaarii argatan akka dubbatan afeeri.
Faarfannaa 44fi Kadhannaa