LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/14 ful. 2
  • Sagantaa Torban Waxabajjii 16 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Waxabajjii 16 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN WAXABAJJII 16 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 6/14 ful. 2

Sagantaa Torban Waxabajjii 16 Jalqabu

TORBAN WAXABAJJII 16 JALQABU

Faarfannaa 12fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 25, key. 1-6 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Lew. 6-9 (Daq. 10)

Lakk. 1: Lew. 8:18-30 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: td 11A Seexanni Dhugumaan Qaama Jirudhaa? (Daq. 5)

Lakk. 3: Wantoonni Bara Keenyatti Akka Raawwataman Macaafa Qulqulluurratti Dubbataman Maalfaʼi?—bh boq. 9, key. 1-9 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 37

Daq. 15: Namoonni Waaqayyoof Bulan Amala Gaariidhaan Beekamu. Jaarsi gumii tokko yaadawwan barbaachisaa taʼan km 8/01 (Amaariffa) fuula 3-4, keeyyata 1, 5-7fi 9-12⁠rra jiran ibsa.

Daq. 15: Karaawwan Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Argachuu Itti Dandeenyu Shanan. Maree km 10/12 fuula 7⁠rratti hundaaʼee dhihaatu. Keeyyata 2⁠ffaarratti erga mariʼattanii booda, hojiin argisiisni gabaabaan tiraaktota haaraa keessaa tokkotti fayyadamuudhaan qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuun akkamitti akka dandaʼamu argisiisu akka dhihaatu godhi. Akkasumas, hundisaanii birooshura Misiraachoo jedhamuufi tiraaktii Dhugaasaa Beekuu jedhamu afaanota garaagaraa naannoo tajaajilaa keessanitti dubbatamaniin qophaaʼan qabatanii akka itti fayyadaman jajjabeessi.

Faarfannaa 4fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi