LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/14 ful. 5
  • Sagantaa Torban Waxabajjii 23 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Waxabajjii 23 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN WAXABAJJII 23 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 6/14 ful. 5

Sagantaa Torban Waxabajjii 23 Jalqabu

TORBAN WAXABAJJII 23 JALQABU

Faarfannaa 5fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 25, key. 7-14 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Lew. 10-13 (Daq. 10)

Lakk. 1: Lew. 12:1–13:8 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: td 11B Seexanni Bulchaa Biyya Lafaa Ijaan Hin Mulʼannedha (Daq. 5)

Lakk. 3: Macaafni Qulqulluun Namoota “Guyyoota Gara Dhumaatti” Jiraatan Ilaalchisee Maal Jedha?—bh boq. 9, key. 10-14 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 21

Daq. 10: Barreeffama Jiʼa Adoolessaatti Raabsamu. Mareedhaan kan dhihaatu. Qabiyyee barreeffama raabsamu sanaa gabaabsii ibsi. Hojiin argisiisni tokko ykn lama akka dhihaatu godhi.

Daq. 20: “Namoota Dubbisuun Isaan Rakkisu Gargaaruu Kan Dandeenyu Akkamitti?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 55fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi