LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/14 ful. 7
  • Sagantaa Torban Waxabajjii 30 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Waxabajjii 30 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN WAXABAJJII 30 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 6/14 ful. 7

Sagantaa Torban Waxabajjii 30 Jalqabu

TORBAN WAXABAJJII 30 JALQABU

Faarfannaa 5fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 25, key. 15-21 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Lew. 14-16 (Daq. 10)

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii (Daq. 20)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 48

Daq. 10: “Dafaatii Gargaaraa.” Haasaadhaan kan dhihaatu. Achiis akkaataa dhiheenyaa fuula 8⁠rra jirutti fayyadamuudhaan hojiin argisiisni gabaabaan Sanbadduraa isa jalqabaa jiʼa Adoolessaatti akkamitti qayyabannaa jalqabsiisuun akka dandaʼamu argisiisu akka dhihaatu godhi.

Daq. 20: Qayyabannaan Dhuunfaa Tajaajiltoota Cimoo Nu Godha. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 27-32⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Babalʼisaa barsiifata qayyabannaa dhuunfaa qabaachuusaatiin beekamu tokkoof gaafannoo godhi.

Faarfannaa 11fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi