Beeksisa
◼ Waxabajjii: Tiraaktota. Adoolessa: Birooshura Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe! ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu ykn Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhamu. (Birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu jedhamu namoota akka gaariitti dubbisuu hin dandeenye ykn matumaa dubbisu hin dandeenye gargaaruuf itti fayyadamuu dandeenya. Kun ijoollees ni dabalata.) Hagayya: Tiraaktota ykn birooshuroota armaan gadii keessaa tokko: Dhugumaan Waaqayyo Waaʼee Keenya Ni Yaadaa?, Namni Jaallattan Yeroo Duʼu ykn Michuu Waaqayyoo Taʼuu Dandeessa. Akkasumas birooshuroota bara 2011 dura maxxanfamaniifi gumii keessan keessa jiran raabsuu dandeessu. Fulbaana: Barruulee Masaraa Eegumsaa fi Dammaqaa!
◼ Dhuma waggaa tajaajilaa bara 2014rraa kaasee, Manni Barumsaa Tajaajila Qajeelchitootaa guyyaa jaʼaaf, jechuunis Wiixataa hanga Sanbadduraatti geggeeffama.