LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/14 ful. 8
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2014
Tajaajila Mootummaa—2014
km 6/14 ful. 8

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Jiini Sadaasaa yeroo itti Oduu Mootummichaa Lakk. 38 itti raabsine ture; hirmaannaa gaarii isin duula kanarratti gootaniif isin galateeffanna! Saʼaatiin tajaajilaa tokkoon tokkoon babalʼisaa giddu galeessaan 13.5 kan ture siʼa taʼu, kunimmoo lakkoofsa guddaa Hagayya 2011 kaasee galmeeffamedha. Walumatti qabaatti tiraaktotaafi birooshuroonni, 292,859 taʼan kan raabsaman siʼa taʼu, namoonni fedhii qaban hedduun akka argaman karaa baneera. Akkasumas baayʼinni qajeelchitoota yeroo hundaa yeroo jalqabaatiif 1,986 taʼuusaatti gammanneerra; lakkoofsi kun 2,000 guutuuf muraasa qofatu isa hafa!

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi