LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/14 ful. 1
  • Sagantaa Torban Adoolessa 14 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Adoolessa 14 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ADOOLESSA 14 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 7/14 ful. 1

Sagantaa Torban Adoolessa 14 Jalqabu

TORBAN ADOOLESSA 14 JALQABU

Faarfannaa 1⁠fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 26, key. 8-17 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Lew. 21-24 (Daq. 10)

Lakk. 1: Lew. 23:1-14 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: td 12A Lafti Jannata Akka Taatuuf Uumamte (Daq. 5)

Lakk. 3: Hafuuronni Hamoon Dhiibbaa Nurraan Gaʼuu Kan Dandaʼan Akkamitti?—bh boq. 10 key. 1-9) (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 45

Daq. 10: Duula Addaa Jiʼa Hagayyaatti Godhamuuf Qophaaʼaa. Tiraaktii haaraa Gaaffiiwwan Gurguddaa Jireenya Keessatti Nu Mudataniif Eessaa Deebii Argachuu Dandeenya? jedhamu warra tiraakticha hin qabne hundumaaf akka kennamu godhi. Akkaataa dhiheenyaa fuula 4⁠rra jiru fayyadamuudhaan, hojiin argisiisni lama akka dhihaatu godhi. Dura tiraaktichi yeroo baayʼee namootaaf akkamitti akka raabsamu haa argisiifamu. Achiimmoo, namichi fedhii yoo qabaate ykn mariʼachuu yoo barbaade akkamitti akka raabsamuuf kan argisiisu haa taʼu. Hundisaanii duula kanarratti guutummaatti akka hirmaatan jajjabeessi.

Daq. 5: Buukleetii Caaffata Qulqullaaʼoo Guyyaa Guyyaan Qoruu Jedhamurraa Faayidaa Argadhaa. Mariidhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni buukleetii Caaffata Qulqullaaʼoo Guyyaa Guyyaan Qoruu jedhamu yeroo hundumaa saʼaatii kamitti akka dubbisaniifi buukleetii kanatti fayyadamuunsaanii akkamitti akka isaan fayyade akka dubbatan afeeri.

Daq. 15: “Dandeettii Tajaajilarratti Qabnu Fooyyeffachuu—Karaa Alidilee Taʼeen Dhugaa Baʼuuf Marii Jalqabuu.” Mariidhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisni akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 16fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi