LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/14 ful. 2
  • Sagantaa Torban Adoolessa 21 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Adoolessa 21 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ADOOLESSA 21 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 7/14 ful. 2

Sagantaa Torban Adoolessa 21 Jalqabu

TORBAN ADOOLESSA 21 JALQABU

Faarfannaa 25⁠fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 26, key. 18-23 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Lew. 25-27 (Daq. 10)

Lakk. 1: Lew. 26:1-17 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: td 12B Jireenyi Matumaa Lafarraa Hin Badu (Daq. 5)

Lakk. 3: Hafuurota Hamoo Ofirraa Ittisuu Kan Dandeenyu Akkamitti?—bh boq. 10 key. 10-19 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 51

Daq. 10: Amala Gaarii Qabaachuufi Adda Taʼuu Keenyaan Galateeffamuu. Kitaaba Waggaa 2014, fuula 120 fi 149⁠rratti hundaaʼee mariidhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa argatan akka dubbatan afeeri.

Daq. 10: Jiʼa Hagayyaatti Qajeelchaa Gargaaraa Ni Taataa? Haasaadhaan kan dhihaatu. Babalʼistoota dhibee fayyaa utuu qabanii ykn hojiin utuu itti baayʼatuu qajeelchaa gargaaraa taʼuuf karoorfatan lama ykn sadiif gaafannoo godhi. Qajeelchaa gargaaraa taʼuuf sirreeffama akkamii gochaa jiru? Ilaaltuun olaanaa tajaajilaa, qophii walgaʼii tajaajila dirree jiʼa Hagayyaatiif godhame akka ibsu isa afeeri.

Daq. 10: “Yihowaan Akkamitti Na Ilaala?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 32⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi