LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/14 ful. 3
  • Sagantaa Torban Adoolessa 28 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Adoolessa 28 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ADOOLESSA 28 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 7/14 ful. 3

Sagantaa Torban Adoolessa 28 Jalqabu

TORBAN ADOOLESSA 28 JALQABU

Faarfannaa 48⁠fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 27, key.1-7 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Lak. 1-3 (Daq. 10)

Lakk. 1: Lak. 3:21-38 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: td 13A Raajota Sobduu Addaan Baastee Beekuu Dandeessaa? (Daq. 5)

Lakk. 3: Rakkina Addunyaarratti Argamu Kan Fide Waaqayyodhaa?—bh boq. 11, key. 1-9 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 11

Daq. 10: Waggaa Barumsaa Haaraatiif Qophaaʼaa Jirtuu? Mariidhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattooni qorumsa mana barumsaatti dargaggoota Kiristiyaana taʼan mudatu akka dubbatan afeeri. Warri, ijoolleesaanii qopheessuuf, Weeb saayitii keenyaafi barreeffamoota keenya kaanitti yeroo waaqeffannaa maatiirratti akkamitti itti fayyadamuu akka dandaʼan ibsi. (1 Phe. 3:15) Haala rakkisaa baramaa taʼe tokko ykn lama filachuudhaan, gama kanaan odeeffannoo faayida qabeessa taʼeefi jaarmiyaan Yihowaa qopheesse caqasi. Dhaggeeffattoonni mana barumsaatti dhugaa baʼaa kan turan akkamitti akka taʼe akka dubbatan afeeri.

Daq. 10: Barreessaa Gumichaatiif Gaafannoo Godhi. Hojii sii kenname raawwachuun maalfaa dabalata? Ilaaltonni olaanaa gareewwaniifi babalʼistoonni, gabaasa tajaajila gumichaa sirrii taʼe yeroosaatti dhiheessuuf si gargaaruu kan dandaʼan akkamitti? Gabaasni sirrii taʼe, jaarsoliin, ilaaltonni olaanaa aanaafi waajjirri damee jajjabina barbaachisu akka kennan kan isaan gargaaru akkamitti?

Daq. 10: “Fakkeenya Raajotaa Hordofaa​—Sefaaniyaa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 42⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi