LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/14 ful. 4
  • Sagantaa Torban Hagayya 4 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Hagayya 4 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN HAGAYYA 4 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 7/14 ful. 4

Sagantaa Torban Hagayya 4 Jalqabu

TORBAN HAGAYYA 4 JALQABU

Faarfannaa 51⁠fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 27 ¶8-15 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Lak. 4-6 (Daq. 10)

Lakk. 1: Lak. 4:17-33 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: td 14A Fayyinni Hafuuraa Hangam Barbaachisaadha? (Daq. 5)

Lakk. 3: Gaaffii Baayʼee Barbaachisaa Dhaaba Eedenitti Kaʼe—bh boq. 11, key. 10-14 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 26

Daq. 10: Jiʼa Hagayyaatti Barruulee Raabsaa. Mariidhaan kan dhihaatu. Akkaataa dhiheenyaa fuula kanarra jirutti fayyadamuudhaan, hojiin argisiisni dhuma torbaniitti yeroo duula addaarratti hirmaannu barruulee akkamitti raabsuu akka dandeenyu argisiisu akka dhihaatu godhi. Achii, gaaffiiwwan armaan gadiirratti yaada akka kennan dhaggeeffattoota afeeri: Jiʼa Hagayyaatti yeroo mijaaʼaa taʼu dhuma torbaniitti barruulee raabsuu kan qabnu maaliifi? Yeroowwan kana gochuun mijaaʼaa itti taʼu tokko tokko kamfaʼi?

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa. Yookiin “Gammachuu Deddeebii Gaaffii Gochuun Argamsiisu.” (1 Qor. 3:8) Babalʼistoota deddeebii gaaffii gochuu ykn qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuurratti muuxannoo qaban lamaaf gaafannoo godhi. Akkas jedhii gaafadhu: “Kana gochuuf maaltu si kakaase?” “Milkaaʼina akka argattu kan si gargaare maalidha?” Hundisaanii nama fedhii qabuuf deddeebii gaaffii akka godhan jajjabeessi.

Daq. 10: Faayidaa Akkamii Arganne? Mariidhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni mataduree, “Dandeettii Tajaajilarratti Qabnu Fooyyeffachuu—Karaa Alidilee Taʼeen Dhugaa Baʼuuf Marii Jalqabuu” jedhu hojiirra oolchuudhaan akkamitti akka fayyadaman akka dubbatan afeeri. Akkasumas, muuxannoo gaarii argatan akka dubbatan gaafadhu.

Faarfannaa 28⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi