Sagantaa Torban Hagayya 18 Jalqabu
TORBAN HAGAYYA 18 JALQABU
Faarfannaa 35fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cl boq. 28, key. 1-6 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Lak. 10-13 (Daq. 10)
Lakk. 1: Lak. 10:1-16 (Daq. 4 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: td 14C Dinqiidhaan Fayyisuun Bara Kanatti Raawwatamu Deggersa Waaqayyoo Hin Qabu (Daq. 5)
Lakk. 3: Michuu Waaqayyoo Ta’uu Kan Dandeessu Akkamitti?—bh boq. 12, key. 1-9 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 15: “Jaarraa Mootummichi Itti Beeksifame!”—Kutaa 1. (Keeyyata 1-3) Keeyyatoota jalqabaa sadaniifi kitaaba Pirookleemars (Ingiliffa) jedhamu fuula 259-260rratti hundaaʼee mariidhaan kan dhihaatu. Gaaffii keeyyata 3ffaa erga gaafattee booda, babalʼistoota yeroo dheeraadhaaf dhugaa keessa turan lamaaf gaafannoo godhi. Yeroo jalqaba babalʼistoota taʼanitti haalli tajaajilaa maal akka fakkaatu akka dubbatan afeeri.
Daq. 15: “Jaarraa Mootummichi Itti Beeksifame!”—Kutaa 2. (Keeyyata 4-6) Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Keeyyata 5fi 6rratti yeroo mariʼattan, tajaajila yeroo guutuu keessa seenuu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe qajeelchitoota lama gaafadhu.
Faarfannaa 45fi Kadhanna