LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/14 ful. 4
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2014
Tajaajila Mootummaa—2014
km 8/14 ful. 4

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Jiʼa Guraandhalaattis duulli addaa haala gaariidhaan raawwatamuusaa itti fufee ture. Obboloonni 60 ol taʼan, biyyoota fagoodhaa dhufanii nu gargaaruusaaniitti baayʼee gammanneerra. Biyyuma keessaammoo obboloonni 500 ol taʼan kan isaan gargaaran siʼa taʼu, yoo xinnaate naannoo 169⁠tti tajaajilaniiru. Naannolee kana keessaa tokko tokkotti misiraachichi kan lallabame yeroo jalqabaatiif ture. Kunimmoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu 7,765 akka gabaasa godhamu gumaacha kan godhe siʼa taʼu, kunis Ebla 2013 asitti lakkoofsa isa guddaadha. Hundi keessan namoota fedhii qaban hordoftanii gargaaruurratti dhimmitanii akka hojjettaniifi hojii bartoota gochuurratti akka hirmaattan isin jajjabeessina.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi