LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/14 ful. 4
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2014
Tajaajila Mootummaa—2014
km 9/14 ful. 4

Beeksisa

◼ Fulbaanaa fi Onkoloolessa: Barruulee Masaraa Eegumsaa fi Dammaqaa! Sadaasaa fi Muddee: Tiraaktotaa fi kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamu.

◼ Haasaan sabaa addaa tibba Ayyaana Yaadannoo bara 2015, torban Ebla 6 jalqabutti dhihaata. Matadureen haasaa kanaa yeroo booda kan beeksifamu taʼa. Gumiiwwan torban sana daawwataa olaanaa aanaatiin daawwataman ykn walgaʼii aanaa qaban, haasaa addaa kana torbee itti aanutti fudhatu. Gumiin kamiyyuu haasaa kana Ebla 6 dura dhiheessuu hin qabu.

◼ Haasaan sabaa daawwattoonni olaanaa aanaa Fulbaanaa jalqabee dhiheessan matadureen isaa “Ogummaan Waaqayyoo Kan Nu Fayyadu Akkamitti?” kan jedhu taʼa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi