Sagantaa Torban Onkoloolessa 6 Jalqabu
TORBAN ONKOLOOLESSA 6 JALQABU
Faarfannaa 18 Fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cl boq. 30 key. 8-16 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Kes. 1-3 (Daq. 10)
Lakk. 1: Kes. 2:16-30 (Daq. 4 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: td 17A Kiristiyaanonni Guyyoota Ayyaanaatiif Ilaalcha Akkamii Qabaachuu Qabu? (Daq. 5)
Lakk. 3: td 18A Waaqeffannaadhaaf Fakkiiwwanitti Fayyadamuun Waaqayyoon Salphisuudha (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 10: Jiʼa Onkoloolessaatti Barruulee Raabsuu. Mareedhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisni akkaataa dhiheenyaa lamaan fuula kana irra jiranitti fayyadamuudhaan, akkamitti barruulee raabsuun akka dandaʼamu argisiisu akka dhihaatu gochuudhaan jalqabi. Achiis, akkaataa dhiheenyaa lamaanuu jalqabaa hanga dhumaatti irratti mariʼadhaa.
Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Daq. 10: Faayidaa Akkamii Arganne? Mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni mataduree, “Dandeettii Tajaajilarratti Qabnu Fooyyeffachuu—Deddeebii Gaaffiitiif Buʼuura Kaaʼuu” jedhu hojiirra oolchuudhaan akkamitti akka fayyadaman akka dubbatan afeeri. Akkasumas, muuxannoo gaarii argatan akka dubbatan gaafadhu.
Faarfannaa 52 Fi Kadhannaa