LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/14 ful. 2
  • Sagantaa Torban Onkoloolessa 20 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Onkoloolessa 20 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ONKOLOOLESSA 20 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 10/14 ful. 2

Sagantaa Torban Onkoloolessa 20 Jalqabu

TORBAN ONKOLOOLESSA 20 JALQABU

Faarfannaa 5⁠fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 31 key. 1-8 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Kes. 7-10 (Daq. 10)

Lakk. 1: Kes. 9:15-29 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: td 19A Amantii Walitti Makuun Waaqayyo Biratti Fudhatama Hin Qabu (Daq. 5)

Lakk. 3: Dubartiin Tokko Ga’ee Haadha Manaa Ta’uudhaan Qabdu Raawwachuu Kan Dandeessu Akkamitti?—bh boq. 14 key. 10-16 (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Yaada Ijoo Jiʼichaa: ‘Dubbicha miira ariifannaatiin lallabi.’—2 Xim. 4:2, NW.

Faarfannaa 43

Daq. 15: “Bara 1914 Ilaalchisee Amantii Qabnu Ibsuu.” Mareedhaan kan dhihaatu. Tokkoon tokkoon gaaffiiwwan tuqaalee jala jiranirratti yaada akka kennan dhaggeeffattoota afeeri.

Daq. 15: Barreeffama Bara 1914 Ilaalchisee Amantii Qabnu Ibsuuf Nu Gargaaru. Hojiin argisiisa daqiiqaa torbaa, babalʼisaan tokko chaartii Masaraa Eegumsaa Sadaasa 1, 2014, (Amaariffa) fuula 11⁠rra jirutti fayyadamee, nama Macaafa Qulqulluu qayyabsiisuuf walitti dhufeenya raajiin Daaniʼel boqonnaa 4⁠rratti ibsame Mootummaa Waaqayyoo wajjin qabu ennaa gabaabsee ibsu argisiisu akka dhihaatu gochuudhaan jalqabu. Hojiin argisiisni kun buʼa qabeessa kan taʼe maaliif akka taʼe yaada akka kennan dhaggeeffattoota afeeri. Mulʼata 12:10, 12 dubbisi; achiis, Mootummichi bara 1914⁠tti bulchuu akka jalqabe beekuun keenyaa misiraachicha miira ariifannaatiin lallabuuf kan nu kakaasu akkamitti akka taʼe dhaggeeffattoonni yaada akka kennan afeeruudhaan kutaakee xumuri.

Faarfannaa 49⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi