LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/14 ful. 3
  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii
  • Tajaajila Mootummaa—2014
Tajaajila Mootummaa—2014
km 10/14 ful. 3

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii

Gaaffileen kanaa gadi jiran, Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii torban Onkoloolessa 27, 2014 jalqabutti kan irratti mariʼatamudha.

1. Israaʼeloonni Gibxiidhaa erga baʼanii booda maaliif guunguman? Nutoo kanarraa maal baranna? (Lakk.21:5) [Ful. 1, w11 2/15 ful. 18 key. 1, 12-13]

2. Seenaa Seera Lakkoobsaa 25:1, 9⁠rratti argamurraa maal baranna? [Ful. 8, lv ful. 98-99 key. 2-6]

3. Seerri Lakkoobsaa 27:1-8 waaʼee Yihowaa maal nu barsiisa? [Ful. 15, w13 6/15 ful. 10-11 key. 13-15]

4. Museen gad of deebisuu ilaalchisee karaa kamiin fakkeenya nuuf taʼa? (Lak. 27:5, 15-18) [Ful. 15, w13 4/1 ful. 5]

5. Seera Lakkoobsaa 33:52⁠rra seera jiru hojiirra oolchuu dhiisuusaaniitti Israaʼelootarra maaltu gaʼe? Nutoo kanarraa maal baranna? [Ful. 22, w08 2/15 ful. 26-27 key. 3, 8]

6. Intaloonni Zelofehaad abboomamuunsaanii, ilaalcha Kiristiyaanni qeentee taʼe tokko gaaʼelaaf qaburratti jijjiirama kan fidu akkamitti? (Lak. 36:10-12) [Ful. 29, w08 2/15 ful. 4-5 key. 10]

7. Israaʼeloonni guungumuufi dubbii gadhee dubbachuusaaniitti maaltu isaanirra gaʼe? Seenaa kanarraa maal barachuu dandeenya? (Kes. 1:26-28, 34, 35) [Onk. 6, w13 8/15 ful. 11 key. 7]

8. Biyyatti abdachiifamte keessatti eebba Yihowaafi badhaadhummaa argachuuf, itti gaafatamummaa Israaʼeloonni qaban lamaan maalfaa turan? (Kes. 4:9) [Onk. 13, w06 6/1 ful. 30 key. 15]

9. Gorsi Israaʼelootaaf Keessa Deebii 8:11-14⁠rratti kenname yeroo harʼaatti nuuf kan hojjetu akkamitti? [Onk. 20, w06 1/1 ful. 30-31 key. 15]

10. Warri, yaada ‘yommuu teessu, karaa irra yommuu adeemtu, yommuu ciiftu, yommuu kaatus ijoollee kee barsiisi’ jedhurraa maal baratu? (Kes. 11:19) [Onk. 27, fy ful. 70-71 key. 14]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi