LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/14 ful. 3
  • Sagantaa Torban Onkoloolessa 27 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Onkoloolessa 27 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ONKOLOOLESSA 27 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 10/14 ful. 3

Sagantaa Torban Onkoloolessa 27 Jalqabu

TORBAN ONKOLOOLESSA 27 JALQABU

Faarfannaa 5⁠fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 31 key. 9-16 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Kes. 11-13 (Daq. 10)

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii (Daq. 20)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Yaada Ijoo Jiʼichaa: ‘Dubbicha miira ariifannaatiin lallabi.’—2 Xim. 4:2, NW.

Faarfannaa 45

Daq. 15: “Hojii Lallabaa Irratti Miira Ariifannaa Qabaachuu Kan Dandeenyu Akkamitti?” Mareedhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisni babalʼisaan tokko kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu ykn tiraaktii tokkotti fayyadamee ennaa dhugaa baʼu argisiisu akka dhihaatu godhi.

Daq. 15: Miira Ariifannaatiin Lallabuuf Akka Gaaritti Qophaaʼuu. Masaraa Eegumsaa Hagayya  15, 2014, fuula 14-15, keeyyata 14-20⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Dhimmoonni ykn gaaffiiwwan namoota naannoo tajaajilaa keessan keessa jiran yaaddessan maalfaa akka taʼe dhaggeeffattoota gaafadhu. Tajaajila keenyarratti wanta isaan yaaddessu kana kaasuu kan dandeenyu akkamitti? Qajeelchitoonni lama ykn hiriyoonni gaaʼelaa tokko, hojiin argisiisa akkaataa dhiheenyaa namoota naannichaa hawwatu qophaaʼuuf barreeffama kanatti ennaa fayyadaman argisiisu akka dhiheessan godhi. Tarii barreeffama raabsan isaanumti murteessuu ni dandaʼu.

Faarfannaa 1⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi