LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/14 ful. 4
  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoo Gabaasa Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2014
Tajaajila Mootummaa—2014
km 10/14 ful. 4

Ijoo Gabaasa Tajaajilaa

Waaʼee jiʼa Eblaa, jechuunis jiʼa Ayyaanni Yaadannoo itti kabajamee yommuu yaannu gammachuu guddaatu nutti dhagaʼama. Jiʼa kanatti lakkoofsi babalʼistootaa haaraan 9,845 gaʼe kan gabaafame siʼa taʼu, isaan keessaa 2,086 kan taʼan qajeelchaa gargaaraa taʼaniiru! Namoonni 25,896 Ayyaana Yaadannoorratti argamaniiru; kunis namoonni fedhii qabaniifi gargaarsa keenya barbaadan hedduun akka jiran kan argisiisudha.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi