Sagantaa Torban Bitootessa 23 Jalqabu
TORBAN BITOOTESSA 23 JALQABU
Faarfannaa 45 Fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cf boq. 2 key. 9-14 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: 1 Sam. 10-13 (Daq. 8)
Lakk. 1: 1 Sam. 11:1-10 (Daq. 3 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Macaafni Qulqulluun Waaʼee Bara Keenyaa Raajii Akkamii Dubbata?—igw ful. 12 key. 1-4) (Daq. 5)
Lakk. 3: Namoonni Macaafa Qulqulluu Hiikan Maqaa Waaqayyoo Maqaa Kan Biraatiin Bakka Buusuunsaanii Dogoggoradha Kan Jennu Maaliifi?—bh ful. 196 key. 3–ful. 197 key. 3 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Yaada Ijoo Jiʼichaa: ‘Hojii Gaarii Hojjechuuf Qophaaʼaa.’—Tiitoos 3:1.
Daq. 30: “Walgaʼiiwwan Tajaajila Dirree Kaayyoo Isaanii Galmaan Gaʼan.” Gaaffii fi deebiidhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 32 Fi Kadhannaa